Application kana keessatti barnoota Hajjiifii Umraa keessaa argattu. Afaan oromootiin kan isiniif qophaayedha. Dubbisaa irraa baradhaa wal barsiisaa.
- Sadarkaa Hajjii fi umraa
- Ulaagaalee (sharxii) hajjifi umraa
- Iddoo hajjiifi umraan irraa hidhatamu
- Hajjif umraa keessatti waan dhoowwamaa
- Waan hin dhoowwamne
- Gosa ihraamaa
- Hajjii bodaan umraa (tamattu'a)
- Akkaataa Umraa
- Akkattaa hajji
- Arkaana hajji
- Dirqama (wajiiboota) hajjii
- Ziyaaraa masgiida Rasuulaa
Bug Fixes